CLOSED

Beeksisa Caalbaasii Liizii Lafa Marsaa 1ffaa፡ Waajjiirri Lafaa Magaalaa Shaggar, iddoowwan tajaajila adda addaatif qophaa'an kanneen Kutaa Magaalaa Koyyee Faccee, Buraayyuu, Malkaa Noonnoo fi Furiitti argaman caalbaasiidhaan dorgomsiisee liiziin dabarsuu barbaada.

SC

Shaggar City Land Office

Government Organization

Location

Oromia

Category

IT & Software

Reference Number

CHR-004062

Tender Type

Open

Description

Bulchiinsa Magaalaa Shaggariitti Waajjiira Lafaa Magaalaa Shaggar Beeksisa Caalbaasii Liizii Lafa Marsaa 1ffaa Sandaqata caalbaasii bitachuuf፡ yookaan as seena Waajjiirri Lafaa Magaalaa Shaggar, iddoowwan tajaajila adda addaatif qophaa'an kanneen Kutaa Magaalaa Koyyee Faccee, Buraayyuu, fi Malkaa Noonnoo argaman caalbaasiidhaan dorgomsiisee liiziin dabarsuu barbaada. Sanada caalbaasii bitachuuf telebirr, toora intarneetii shaggarland.2merkato.com ykn shaggarland.afrotender.com seenuun onlaayiniin bitachuu fi sanadicha piirinti gochuun dorgomuu qabu. Bittaa sanada caalbaasii Ebla 05/2018 irraa eegalee hanga Ebla 22/2018tti sa'aatii 10:00tti guyyoota hojii walitti aananitti raawwachuu dandeessu; dorgomtootni sanada deebii caalbaasii, CPO, ragaa dandeettii ijaarsaa agarsiisu, nagahee ykn isliipii kaffaltii sanada ittiin bitatan fi ragaalee biroo dabalataan qajeelfama dorgomtootaa irratti ibsaman poostaadhaan saamsuun hanga Ebla 22/2018 sa'aatii 11:30tti (waaree booda) naannoo Gootaraa/Kondominiyeemii Maammoo/Kolleejjii Poolii Tekinikaa Nifaas Silk fuuldura/ argama iddichaa (Google Location) https://maps.app.goo.gl/toCJZwKSxr2Sxckv7?g_st=awb iddoo Waajjiirri Lafaa Magaalaa Shaggar itti argamutti Gamoo Wiirtuu Tajaajila Tokkoffaa (MESOB) Magaalaa Shaaggar darbii jalatti saanduqa caalbaasii kanaaf qophaa'e keessa galchuu qabu. Caalbaasiin kun dorgomtootni ykn bakka bu'ootni seeraa isaanii bakka argamanitti Ebla 28/2018 ganama sa'aatii 3:00 irraa eegalee guyyoota hojii 3 walitti aananiif Galma Waajjirichi Dhimma Kanaaf Qopheessutti kan banamu ta'ee, ibsi dabalataa isaa beeksisa keessaa irratti ni ibsama. Odeeffannoo bal'aa caalbaasichaa Gaazexaa Kallacha Oromiyaa fi Gaazexaa 'Addis Zemen' Ebla 08/2018 bahe irratti ilaaluun ni danda'ama. Dabalataanis, weebsaayitoota armaan olitti ibsaman irratti odeeffannoo kana argachuu ni dandeessu. Waajjiirrii kun filannoo fooyya'aa yoo argate caalbaasicha gar-tokkeenis ta'e guutummaatti haquuf mirgi isaa eegamaadha. Odeeffannoo dabalata

Source

Source Link Available for Members

Sign up free to access the original tender posting and full details

Important Dates

Published

August 5, 2026

Closing Date

April 30, 2026

Closed 97 days ago

Contact Information

Organization

████████████████

Phone

+251 ██ ███ ████

Email

████@████.gov.et

Login to view

Share This Tender