BIDDING OPEN

Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Komiishinii Tuurizimii Oromiyaa caal-baasii Ifaan Hojiilee Qopheessaa Sagantaafi Maxxansaalee adda addaa dorgomsiisee hojjechiisuufi maxxansiisuu barbaada.

KT

komiishinii Tuurizimii Oromiyaa

Government Organization

Location

Oromia

Category

Printing

Reference Number

CHR-008832

Tender Type

Open

Description

ShwaaBeeksiisa Calbaasii Ifaa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Komiishinii Tuurizimii Oromiyaa caal-baasii Ifaan Hojiilee Qopheessaa Sagantaafi Maxxansaalee adda addaa dorgomsiisee hojjechiisuufi maxxansiisuu barbaada. Haaluma kanaanis dhaabbileen ulaagaalee armaan gadiitti tarreeffaman guutaniifi hojii kanarratti akka dorgoman afeera. Hojiilee kunis:- 1ffaa-Qopheessaa Sagantaa(Event Organizer) 2ffaa-Maxxansaalee Adda addaa( Various Publications) Ulaagawwan Dorgommii. 1. Eeyyama daldalaa bara 2018 kan haaromfateefi gibira mootummaa kaffaluu isaa raagaa guutuu (tax clearance) dhiyeeffachuu kan danda'u; 2. VAT galmaa'aa kan ta'eefi raga kan dhiyeessuu danda'au 3. Ragaa Eenyummeessaa Kaffalaa Gibiraa (TIN) dhiyeessuu kan danda'u 4. hojiiwwan walfakkaatoo kanaan dura hojjeteefi dhaabbata Hojjeteef irraamuuxannoo dhiyeessuu kan danda'u; 5. Maxxansaalee adda addaaf Saamuda (sample) kan dhiyeessuu danda'u 6. Sanada caal-baasii faayinaansii fi teekinika (technical and financial proposals) isaa addan baasuun poostaa lamaan saamsamuun chaappaan kan mirkanaa'e dhiyessuu kan danda'u 7. Caal-baasichaa gatii dorgommii hanga dhiyeessan irraa kabachiisa caal-baasii %2 baankiin kan mirkanaa'e (CPO) qabsiisuu kan danda'u 8. Mo'ataan caal-baasichaa bakka komiishinichi filatetti deemee hojjechuufi dhiyeessuuf fedhii kan qabu 9. Mo'ataan caal-baasichaa yeroo waliigaltee mallatteesse keessatti hojjetee xumuruu qaba. 10. Dhaabbatni tokko hojii tokkoo olitti dorgomii hin danda'u 11. Dhaabbatni dorgomu kamuu poostaa saamsamame dugdaisaa irratti hojii dorgomuu barbaadu barreessee galchuu qaba 12. Dorgomtoonni caal-baasichaa guyyaa beeksisi kun gaazexaa Kallachaa Oromiyaa irratti ba'e irraa eegalee guyyoota hojii 15(kudha shan) keessatti sa'a hojii Mootummaatt sa'a 2:30 hanga sa'a 10:30tti Waajjira Komiishinicha Finfinnee Naannoo Boolee Alam Siniimaa Gamoo Noah Real state darbii 7ffaa irratti kan argamu kutaa Faayinaansii irraa ibsaa fi tarreeffama caal-baasii kanaaf qophaa'e Sanada caal-baasii

Source

Source Link Available for Members

Sign up free to access the original tender posting and full details

Important Dates

Published

September 2, 2026

Closing Date

September 15, 2026

12 days remaining

Contact Information

Organization

████████████████

Phone

+251 ██ ███ ████

Email

████@████.gov.et

Login to view

Share This Tender