BIDDING OPEN

Waldaan Aksiyoona Horsiisa Lukkuu Mojoo (Modjo Poultry Farm S.C) fedhii hojii oomishaa fi nyaata lukkuu itti fufiinsaan guutuuf, boqqolloo qulqullina barbaadamu guutu kuntaala 10,000 (kuma kudhan) caalbaasii banaa fi dorgommii ifa ta'een bitachuu barbaada.

MP

MODJO POULTRY FARM SHARE COMPANY

Government Organization

MODJO POULTRY FARM SHARE COMPANY has issued an Agricultural tender in Addis Ababa, Ethiopia. Published 25 Oct 2026. Bid deadline: 11 Nov 2026. Reference: CHR-009527.

Location

Addis Ababa

Category

Agricultural

Reference Number

CHR-009527

Tender Type

Open

Description

Guyyaa14/02/2019 BEEKSISA CAALBAASII BITTAA BOQOLLOO (MAIZE PROCUREMENT BID ANNOUNCEMENT) 1. Seensa Waldaan Aksiyoona Horsiisa Lukkuu Mojoo (Modjo Poultry Farm S.C) fedhii hojii oomishaa fi nyaata lukkuu itti fufiinsaan guutuuf, boqqolloo qulqullina barbaadamu guutu kuntaala 10,000 (kuma kudhan) caalbaasii banaa fi dorgommii ifa ta'een bitachuu barbaada. Kanaafuu, dhiyeessitoonni, daldaltoonni fi dhaabbileen daldalaa ulaagaa armaan gadiitti ibsame guutan hundi caalbaasii kana irratti akka dorgomtan kabajaan isin beeksifna. 2. Ibsa Meeshaa Bitamu Lakk Ibsa meeshaa Ulaagaa qulqullinaa Baay'ina Ibsa 1 Boqqolloo (Maize Grain) Boqqolloo bara darbe oomishame, gogaa fi qulqulluu, sadarkaa 1ffaa ykn 2ffaa 10,000 3. Ulaagaalee Quiqullina Boqqolloo Boqqolloon dhiyaatu ulaagaalee armaan gadii guutuu qaba: 3.1 Boqqolloo bara darbe oomishame ta'uu qaba. 3.2 Boqqolloon naqasaan (weevil) kan hin nyaatamne ta'uu qaba. 3.3 Fangasii fi mallattoo manca'insaa kan hin qabne ta'uu qaba. 3.4 Boqqolloon baay'inaan kan hin caccabne ta'uu qaba. 3.5 Jiidhinsi boqqolloo (Moisture Content) %14 gadi ta'uu qaba. 3.6 Sadarkaa qulqullinaa 1ffaa ykn 2ffaa ta'uu qaba. 3.7 Wantoota alagaa kan akka dhagaa, biyyee, cirracha, sanyii biroo fi xurii irraa bilisa ta'uu qaba. 3.8 Dhaabbatichi boqqolloo dhiyaatu qulqullina, jiidhinsa, sadarkaa fi baay'ina isaa sakatta'uu fi mirkaneeffachuuf mirga qaba. ULAAGAAWWAN DORGOMMIIF BARBAACHISAAN 1. Gibiraa bara 2018 kaffaluu isaanii kan mirkaneessu ragaa Biiroo Galiiwwanii, ykn Abbaa Taayitaa Gumuruukaa ykn Galii Biyyoolessa Feedaraalaa irraa ragaa dhiyessuu kan danda'u ykn heyyama daldalaa haaraa ykn kan bara 2018 haaromfame fi Waraqaa ragaa kaffalaa taaksii dabalata qabeenyaa VAT dhiyeessuu kan danda'u 2. Dorgomtootni adeemsa caalbaasichaa gufaachisuuf yaalan caalbaasiin ala kan ta'anii fi gara fulduraattiis caalbaasii dhaabbatichi baasu irratti kan hin hirmaannee fi kabachiisni caalbaasii qabsiisan kan dhaalaman ta'uu. 3. Dorgomtootni caalbaasichi erga banamee bo

Source

Source Link Available for Members

Sign up free to access the original tender posting and full details

Important Dates

Published

October 25, 2026

Closing Date

November 11, 2026

16 days remaining

Bid Opening

November 12, 2026

Contact Information

Organization

████████████████

Phone

+251 ██ ███ ████

Email

████@████.gov.et

Login to view

Share This Tender